850: Aamiinii faatihaa booda jedhan ol fuudhuuf gadi qabuun akkam?

Audio
Content
Gaaffii: Aaminii faatihaa boodaan jedhan san olfuudhuuf gad qabuu keessatti hukmiin maalii?         Deebisaa: Ka salaata halkanii oluma qabanii aamiin jedhanii ka salaata guyyaa ammoo akkuma faatiyaa gad qabnee qaraanutti aamiiniillee gaduma qabna.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned