856: Nama Sammuun Rakkoo Qabu irratti Ibaadaan dirqamaa?

Audio
Content
Gaafii: Nama tokko ka guddina keessatti aqlii dhabe, soommanaafi salaatni isarratti ni jiraa?   Deebisaa: Nama osoo uf beekuu dullumaan soomana dadhabe guyyuu nama tokko irraa nyaachisan. Takkaahuu hoggaa soommanni bahe nam soddom irraa nyaachisan. Namtichi  totorra’ee aqlii dhabe ammoo salaataafi soommanalleen waa takka isarratti hin jiru.     Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned