127: 551. Ijoollee xixiqqoo akka soomaniif dirqisiisuun ni tahaa?

Audio
Content
Ijoolee xixiqqoo umriin isaanii hin gahin guyyaa walakkaa, yoo danda’an akkasumas yoo fedhii qabaatan ammoo guyyaa garii guutuu akka sooman jajjabeessuudhaan barsiisuun ni danda’ama. Haata’u malee ijoollee umriin isaanii hin gahin fedhii isaanii malee dirqisiisuun hin tahu. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu. Dr. Jeeylaan H/Khadiir  
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned