125: Ilmoo garaa bu’ee du’aa’ii godhuun danda’amaa?
Audio
Content
Gaaffii: Niitii takka yoo ilmoon garaa bu’e ilmoon sun baatii shanii jaha ka geette du’aa’ii godhuun ni danda’amaa? Irratti salaatuun ni danda’amaa? Deebisaa: Haadhaaf abbaa isaatiif du’aa’ii godhani. Irratti salaatuun hin barbaachisu ima awwaalan. Wanti na gaafataniif taasi’aa barbadan. Taasi’aan shariyaa islaama keessa hin jirti moo hin jirtuu, hin jirtu. Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned