128: 562. Intala dubraa dirqiin heerumsiisuun akkamitti laalama?
Audio
Content
Deebisaa: ulaagaa nikaahaa keessaa inni tokko fedhinnaa warra wal fuudhu lameeniiti. Jaalala intalaatiin alatti nikaaha godhuun dhoorkaadha. Osoo isiin ijoollummaa irra jirtu Abbaan isii ykn waliyyiin isii dirqiin yoo nikaaha godhe, qaadii bira dhayxee nikaaha ofirraa buusuu mirga guutuu qabdi. Garuu nikeenni numa hidhama. Qaadii biratti ofirraa buustu malee nama birootti heerumuun hin tahu. Sheikh Abdussalaam Xaahir
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned