110: Wudu’a wal keessa laaqaa wudu’achuun akkam?
Audio
Content
Gaaffii : yoo wuduu'a wolitti daddabalee wolkeessa daddabarsee kaan harka lama dhiqadhee, fuula tokko fa'a dhiqadhe maal qaba ? deebisaa : wuduu'uni tartiibni isii eoliin dhuftee jirti . Tartiibaan godhuuni akka rasuulli rabbii ? itti wodda'atanitti Wodda'achuutu irra caalaadha lama lamaan yoo jalqabde lama lamaan fixi. Sadi sadiin yoo jalqabde sadi sadiin fixi ulamaan gariin garii lama lama dhiqattee garii sadi sadi dhiqattullee humaa hin qabu jedha Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned