110: Ramadaana keessa of tuttuqee maniyyiin narraa bahe akkam?

Audio
Content
Gaaffii: yoo maniyyiin narraa bahe ramadaana keessa qaama kiyya tuttuqee jennaan narraa bahee maaltu narra jiraa?           Deebisaa: guyyaa ramadaanaa yoo taate guyyaa san qadaa baasuu qabda wonni biraa homaa sirra hin jiru . garuu soomata ramadaanaa balleessuu keetiif dilii argatta   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned