111: Jaarsaa jaartii hiikkaan malee addaan turan akkam ?
Audio
Content
Gaaffii: namni tokko jaartii isaatiin woliin adda bahee yeroo dheeraa hin hiiknellee akkasumatti turee hukmiin isii maalii ? worri kun turuu sanaan miidhama guddaatu irra gahe jechaa jiraa? Deebisaa: intalti takka yoo adda bahaniin ka wolitti hin deebine yoo taate hiikkaa isii kufsiisuun barbaachisaadha dirqamaan nikaha namaatiin taa'uu hin qabdu jechu . Akka isiinillee furmaata ofii barbaadattu Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned