103: Waan of dura dhufu beekuun shirkitti laakkawamaa?
Audio
Content
Gaafii: Yoo keeyrii takka argachuuf keeyriin wayii natti dhihaatte, faraja wayii Rabbi naaf fiduuf deemu ni gammadaa, yoo wanni hamtuun na mudachuuf deemtullee rifaatutu natti dhufaa dura bu’ee. kun shirkitti lakkaayamaa? Deebisaa: Kuni shirkii miti. Fahamii Rabbiin mu’minaaf kenne jedhan. Waan Rabbiin qalbii mu’minaa keessa buusee, mu’minni ufiin fahamu jechu. Humaa Rakkoo hin qabu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned