137: Harka bitaatiin tasbiiha godhuun hayyamamaa?

Audio
Content
  Nabiin keenya waan hunda keessatti mirgaan eegaluu jaalata. Kophees haa tahuu huccuufi tasbiiha, nyaataa fi waan hundaahuu mirgaan dalaguu jaalata. Tanaaf jecha tasbiiha harkuma mirgaatiin godhutu irra jaalatama. Garuu ammoo yoo uzrii qabaattee harka bitaatiin gootes hin dilooytu inshaa Allaah! Rabbiin sirraa haa qeebalu!   Dr. Liwaa'ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned