115: Warra osoo dubra hin taane akka durbaa uf goggodhan akkami?

Content
Gaaffii: Warra osoo dubra hin taane kiyaanaadhaan an dubra ufiin jedhanii akka biraa uf goggodhan akkami?   Deebisaa: Kiyaanaa Rabbiin haraama godhee jira. Namni osoo dubra hin ta’in ani dubra jedhanii osoo dubra hin ta’in akka biraa uf goggodhuun shariyaa Rabbii keessatti haraama. Biyya garii keessatti horiin gabbara jedhanii dubra irratti fudhatan horii addaati tanaahuu shariyaan hin hayyamne. Rabbi guddoo haa sodaatanii warri osoo dubra hin taane dubra jedhanii akka biraa uf goggodhan   Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 21, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned