903: Namni adaadaa/haboo tiyya fuudhe ana hoo fuudhuu ni danda'aa?

Audio
Content
Gaafii: Namni adaadaa tiyya fuudhe yookii haboo tiyya fuudhe sani booda na fuudhu ni danda’aa?     Deebisaa: Walitti qabuu hin danda’u malee adda addatti fuudhuu ni danda’a. Dura fedhu si fuudhee eegaasii yoo haboo fuudhe. Haboo tantee fuudhee ka’ee yoo gad dhiise si fuudhu ni danda’a humaa rakkoon hin jiru.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned