871: Namni tokko ka intala takka karaa haraamaatiin itti dhufe eegasii deebi’ee fuudhuu ni dand’aa?

Audio
Content
    Deebisaa: Ulamaan islaama seera kaayanii jirani. Namni tokko yoo dubartii takka karaa nikaha hin qabneen waliin rafe dura adda bahuu qaban walirraa fagaachuu jechu, ajnabiyyumma duraa kaamila sanitti deebi’uu qabani duraanuu ajnabiyyuma haraama dalagan malee. Akkasuma toowbachuu qaban. Boohuu qaban, Sadaqachuu qaban, yeroo dheertuu walirraa turanii eegasii karaa halaalaatiin walitti deebi’anii waliyyirraa kadhatanii, fira irraa kadhatanii fuudhu ni danda’anii toowbaa isaanii Rabbiin ima qeebalaa inshaaAllah.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned