820: Ajnabii wajji Whatsapp irratti Qara’uun akkami?

Audio
Content
Gaafii: Dhalaaf dhiirti karaa whatsap garee takka keessatti qara’uun akkami rakkinna qabdii?     Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii akka an yaadutti Whatsapp namni biyya biyya jira. Wanni nama walitti fidu sagalee qofa. Waan sagalee kana cinaan dhalaan dhiirarraa rakkoo hin himanneen, waan dhiirti dhalaarraa rakkoo hin himanneen, jarri kun mana tokko keessa bakka namni ijaan wal argu hin jiruu, sagaleen barachuun, kalaama Rabbii afaaniin qara’uun waa takkallee hin qabdu.     Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned