843: Zakaan qabeenya hammam takkarraa baafama?
Audio
Content
Gaafii: Zakaan hangam takkarraa baafama, lakkoofsi hoo eeysarraa eegalama? Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; walumaagalattuu bakkuma fedheehuu haa ta’uu hukmii shariaa keessatti maallaqni zahaba jala deema. Zakaan ka namarratti wajjabu yoo zahabni giraama saddeettamii shan ta’e qofa. Giraama saddeettamii shan yeroo ta’u, giraamni sadeettamii shanan sun mallaqatti meeqa ta’aa laali. Akka maallaqa Saudiitti toora 12,000, ykn 11,000ti. Kana amatni irraa naannofnaan 1000 irratti riyaala Saudii 25 Itoopiyattis birrii 1000 irraa 25. Namuu hisaabuma zahabaa kana mallaqa biyya jiruutti jijjiirata. Maallaqni kee miliyoona ta’us akkasumatti itti oofta jechu. Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned