950: Zakaa fixriidhaa geelee tiyyaa kennuu ni danda’aa, takkaahuu irraa baasuu ni danda’aa?
Audio
Content
Deebisaa: Namni tokko zakaa fixrii namarraa kennuun yoo namni tokko dadhabbii qabaate, yoo dhaba qabaate, yoo namni irraa geessu hin jiraanne namni tokko yoo narraa galchi yoo siin jedhe waa takkallee rakkoon hin jiru keeyrii irratti walgargaaruun haala muslimaati. Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned