966: Nama muslimaa warra amantaa Islaamaa hinqabne waliin jiraatu akkamitti gargaaran?

Audio
Content
Gaafii: Akkamitti orma islaamaa tokko gargaaruu dandeenyaa yoo ormi islaamaa sun ummata islaama hin ta’iniin wajjiin karoora adda adda godhanii ka waliin jiraataa jiran taate gargaarsa adda addaa walii godhaa jiraatan taate nama islaamaatiif gargaarsa akkamitti godhuu dandeenyaa?     Deebisaa: Nama islaamaatii gargaarsa godhi. Horiin ati yoo jiraate gargaarsa gootu harka obboleessa keetiitiif nama gargaarsa ati godhuuf barbaadu harka isaani yoo seene rakkoon hin jiru. Maaliif jennaan horii kankee san akka fedhan godhuu muslimootatu angoo itti qaba. Atillee yoo nama gargaaruu niyyaa goote warra isaan waliin jiran sani laaluun sirra hin jiru.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned