977: Namni tokko manaamaan dubartii waliin rafee ganama bishaan dhabe akkam ta’a?
Audio
Content
Gaafii: Yoo namni tokko manaama keessa waan dubartii waliin rafe itti fakkaatee ganama yoo bishaan dhabe akkam ta’a? Deebisaa: Wamaa isarra hin jiru. Dhiqannaanillee janaabanillee isarra hin jiru. Maaliif jennaa akkuma manaama keessa waan dubartii wajjiin rafe itti fakkaate sani hubate malee bishaan irraa bahe hin argine. Duuba dhiqannaan silaa inni ganama ka’ee dhiqatu argaa inni manaamaan inni dubarte arge san qofa osoo hin ta’in bishaan ganama inni ufirratti arge seniin dhiqannaa sabachiifachuu qaba. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned