996: Bishaaniin qaama qabbaneefachuun Sooma diigaa?

Audio
Content
Gaaffii: Ramadaan dabre kana keessa soomuu dadhabneeti birdilibsitti bishaan guunnee mataa irra kaayannee akkasitti soomaa baanee lafa gammoojjii hamtuu keessa waan turreef, bishaan achirraa jigu sun matarratti nu jiga.       Deebisaa: Bishaan birdilibsii irraa matatti si jigu dhiisii yoo sitti jaabaatte dhiqachuuyyuu dandeessa qabbaneeffachuuf, akka afaaniif funyaan si hin seenne qofa eeggadhu malee. Kanaafuu rakkoo hin qabu.      
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned