978: Salaatul Leeyiliin/ salaatni halkanii witrii malee ni tahaa?
Audio
Content
Gaafii: Salaatul leeyliin yoo salaatamtu witriidhaan wajjiin ka jedhantu jiraa witrii malee ka jedhantu jiraa akkamii? Deebisaa: Salaatul leeylii cufaahuu witrii godhaa jedhe Rasuulli ?. Salaata keessan ka leeylii witriidhaan cufadhaa jedhe. Garuu yoo galgala witrii goote salaata kankee halkanillee kaatee mirqaanteetuma hirriba dhabdee yoo lafaa kaate witrii halkan tokkotti lama deebisuu waan hin taaneef lamuma lamaan salaattee ufirraa dhiifta. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned