983: Dhiiraa fi dubartii ollaa keessatti walitti makamanii buna dhuguun shari'atti akkami?

Audio
Content
Gaaffii: Warri tokko ollaa keenya; walitti laaqamanii dhiiraaf dubartiidhaan namuu dubartii isaa fudhatee dhaqee buna waliin dhuganii ollatti nullee nu yaamanii; mee wanni akkanaa akkami?     Deebisaa: Shari'aa keessatti hin ta’u; dhiiraaf dubartiin walitti laaqamtee namuu taa’ee akkanumatti fuula keessa wal ilaaluu shari'aan hin hayyamu. Kanaafuu irraa fagaachutu isaan barbaachisa.   Sheik Alii Jimmaa    
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned