987: Salaata keessa du'aa'ii Afaan arabaatiin alatti godhuun akkami?
Audio
Content
Gaaffii: Yoo salaata kophaa kiyya salaatu keessatti du’aa’ii afaan oromootiin godhadhe akkamii namni tokkoo na wajjiin salaatutti hin jiruu? Deebisaa: Kophaa kee salaatte moo namaan wajji salaattee afaan Arabaa malee du’aa’iin ta afaan Oromoo afaan Inglishii takkallee hin hayyamamtu. Du’aa’ii salaata keessaa yoo Rabbanaa atinaafi duniyaa hasanatan wafil aakiratan hasanatan waqinaa azaabannaar yoo jette humaa hin hambifnee beeki. Ka keeyrii aakiraaf duniyaa hunda argatte. Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned