976: Qabeenya abbaa irraa dhabee nyaadhe, akkam godha

Audio
Content
Gaafii: wallaalummaan horii namaa nyaadhee eegasii zulmii ta’uu baradhee amma abbaa isaa hin beekuu akkam godhaa?       Deebisaa: shari’aan maqaa isaatiin sadaqadhu jetti. Yoo nama tokko horii isaa nyaatan, ka bakka isaa hin beeyne, ka maatii isaallee hin beeyne taatee, osoo aakiraa hin deemne dafii maqaa isaatiin sadaqadhuuf. In shaa allaah.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned