969: yoo salaatu saffii eeysa dhaabbadhaa?

Audio
Content
Gaafii: Nama tokko wajjiin yoo salaatu saffii eeysa dhaabbadhaa?     Deebisaa: Yoo nama tokkoon waajjiin salaatte mirga isaa dhaabbadhu qaxi godhaa miila keessan lamaan wal qixxeessaatii qubaaf quba walitti manxansaa dhaabbadhaa. Akkamitti imaamaaf ma’amuuma namni yoo dhufe gargar beeka yoo jettan taatan, namoota lamaan waliqixxaawan saffii dhaabbatan keessaa namticha gara mirgaa jiru haa harkifatuu namtichi sadaffaa dhufe. Ka gara bitaa jiru sun imaama ta’utti haa beekuu   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned