972: Somana qadaa bara dabree osoo hin baasin kan itti aanuu yoo seene akkam godhuu qabna?

Audio
Content
Gaafii: Soomana yeroo imaltuu keessa jirru osoo hin soomin soomni biraa dhufee narra dabree akkamiin ta’a?     Deebisaa: Sooma sirra dabre san qadaadhuma qofa baafta kaffaaraan sirra jiru hin jiru. Toowbaafi ibaadatti jabaadhu garuu. Waan waajiba Rabbii guddaa waqtii isaa bira dabarsitee lammaffaa dhufee sirra dabreef jecha.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned