920: Waraabessi Jinnii ni argaa, ni nyaataa?

Audio
Content
Gaafii: Jinni waraabessi ni argaa ni nyaataa akkamii waraabessi argee ni nyaataa jinniin tun ni baqattii waraabessa irraa ni sodaatti?     Deebisaa: Anis dur waan akkanaa dhagayaa turee garuu kitaaba irraa sunnaa irraa wanni ani waraabessatu jinni nyaata jechuu hin arginee daliilallee wanni nuti qabannellee hin jiru. Garuu tun gaafiin barbaachatti haajomtii yeroo yeroo itti arganne barbaannee yeroo biraa walitti deebina.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned