922: Nama guyyaa tokko soomaa guyyaa biroo balleessu Zakaatal Fixirii irraa baasuun ni tahaa?

Audio
Content
 Gaafii: Hukmiin nama yeroo tokko soomee nama yeroo tokko faxaree sooma baballeessaa deemu zakaatal fixrii irraa baasuun ni ta’a nama sani?     Deebisaa: Zakaatal fixrii irraa baasuun ni ta’a. sooma inni balleesseef isatu gaafatama. Ati garuu zakaatal fixriin isaa yoo sirratti wajjabee jiraateef baasi. Yoo ammoo isarratti wajjabee jiraate innillee ufirraa haa baasuu. Maaliif jennaan sabaaba ma'asiyaan tokko dalagameef ma'asiyaan lammataa dalagamuu hin qabu. Kanaafuu zakaatal fixrii baasuun ni ta’a.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned