924: Sharxiin Sujuudaa dubartii irratti akkami?

Audio
Content
Gaafii: Sujuudni dubartootaa akkam ta’aa? Dubartiin tokko yoo sujuuddu cinaacha isiitiif ciqilee harka isii adda hin baasinii hin babbanatinii qaama isii jedhanii akkamii?     Deebisaa: Adaba salaataa keessatti ulamaan akkasumaa dubbatan. Dubartoonniniif dhiirri akka akka takka hin taane akka mummuraan qaama isaanii hin muldhanne of sattaratanii haa salaatanii; kun yeroo ajnabiyyaan isaan argu. Yeroo ajnabiyyaan isaan hin agarre ammoo akkuma rasuulli salaatetti salaatuu qaban. Garuu yeroo ajnabiyyaan isii argu adabaaf akkastu bareedaadha jechaa ulamaan lafa kaayanii jiran.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned