915: Harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa?
Audio
Content
Gaaffii: Harka mirgaatiin nyaata qabadhee yoo jiraadhe harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa? Deebisaa: Nyaachuun dhuguun harka mirgaa qofa harka bitaatiin shariyaan hin hayyamtu. Rasuulli Rabbii ? abaaree jira nama harka bitaatiin nyaate yookaa harka bitaatiin dhuge. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned