881: Obboleessa nama irraa du'e sadaqaan ni baafamaa?

Audio
Content
Gaafii: Obboleeyyan kiyya heddutu du’anii sadaqaa maal irraa baasuu qaba?       Deebisaa: Sadaqaa takkallee wanni sirraa fedhan takkallee hin jirtu. Yoo ilmaan xixiqqoon du’an abbootiin haqiiqaa baasuu qabdi ilmaan xixiqqoo saniif. Abbaa irraa fedhama malee sirraa wanni fedhamu tokkollee hin jiru.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned