127: Dubartiin takka osoo qadaan soomaa irra jiru yoo duute maatiin maal godhuu qaba?

Audio
Content
Dubartiin sababa dhibeetiin yookaan ammoo sababa dahiinsaatiin somanni jalaa dabre, qadaa baasuu qabdi. Osoo qadaa kana hin baasin yoo isiin duute, qadaa hanga isii irra jiru maatiin irraa baasuu qaba. Kunis irraa nyaachisuun yookaan ammoo irraa soomuudhaan baasuun barbaachisaadha. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu. Dr. Jeeylaan H/Khadiir
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned