126: Namni imaltuu bahe yoo dandahee soome akkamitti ilaalama?
Audio
Content
Namni imala bahe, yoo soomanuun kan isa hin miine tahe soomanutu irra caalaaf. Keessattuu imalli yeroo ammaa haalaan mijaawaa tahuu irraa kan ka’e soomuun hedduu namatti hin ulfaatu. Kanaafuu dandeeynaan soomanii ajrii guutuu ji’a ramadaanaa keessa jiru argatutu irra caala. Namni Imaltuu irra jiru yoo haalli kan hin mijoofneef tahe garuu soomana furee, yeroo biroo qadaa deebisutu irra caala. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu. Dr. Jeeylaan H/Khadiir
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned