114: Qadaa soomaa ka yeroo dheeraa akkimitti baasan?

Audio
Content
Gaaffii: Sababaa dhiiga aadaatiif sooma hin soomannee amata dheeraa dura qadaan narra jiraa hagam ta’eellee hin beekuu; soomaa soomuun hin ta’u aadaa wajjiin jechuu beeka malee qadaa hin baasanii hin beekuu amma maaltu narraa fedhamaa?         Deebisaa: Qadaan deeynii Rabbii guddaatii baasuun dirqama eega barattee dhageessee booda baasuun dirqama. Yoo haga ta’e wallaalte qiyaasa gootee soomantee ta biraa istigifaara Rabbitti deebitaa towbaa goota jechu.   Sheikh Alii Jimmaa  
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned