965: Namni Zakaatul Fixrii hin baasin soomanni isaa akkami?
Audio
Content
Gaafii: Fixirii amata lamaa ani ufirraa hin baafnee waan obboleessi kiyya narraa baase sehee ani ufirraa hin baafnee amma maaltu narra jiraa? Deebisaa: Namni fxrii hin baasin soomni isaa hir’uudhaa jechuudhatu jira. Amata lamaan booda yaadatte kanallee baasi soomni kee siif haa guutamuu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned