111: Dubartii aadaa qabdu wojjiin rafuun maaliif haraam godhame?

Audio
Content
Gaaffii: yeroo dubartiin aadaa qabdu maaliif isaaniin wojjiin rafuun haraam godhame?           Deebisaa: aayata quraanaaru dhoorge. Rabbiin guddaan (SW) woliin hin rafinaa dhukkuba isinitti tahaa. Xuriin bahu kun xurii dhukkubaati nama dhiiraatiif miidhama taha jechu kanaaf rabbiin suuratunnisaa'i keessatti dhoowwe. Baaba aadaa keessatti       Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned