108: Ilmoo zinaa ifirraa baasuun akkam?

Audio
Content
Gaaffii: intalti dhalaa takka yoo ilmoo zinaa if irraa baafte hoo hukmiin isaa maali?         Deebisaa: ilmoo gaafachuu dura zinaa irraa gaafachuutu dursa ilmoon zinaa irraa dhufte zinaanis dilii guddoo kabaa’irirraayi ilmoo ifirraa baasuunis akkuma armaa olitti dhageeytani bifa isiin itti ifirraa baasaniintu laallama karuma cufattuu lubbuu baasuun haraami callaadha       Dr Luwaa'ul Islaam    
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned