723: Sunnaa Wudu'aa
Audio
Content
Gaafii: Yoo wuda’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wuda’aa hin salaatin na yaamanii deemee, saa’aa takka booda yoo dhufe bishaan sun narraa gogguudhaaf sunnaan wudu’aa na dabarte, kanaafuu maaltu narra jira? Deebisaa: Yaa Gabrittii/Gabricha Rabbii, sunnaan wuda’aa Sunnaadha. sunnaa jechuun yoo dalagde waan ajrii irraa aragattu yoo dhiifte Rabbiin ka si hin gaafanne jechu. Tanaaf jecha sunnaa wuda’aa salaatuun jiidhaan wajjiin hidhannaan hin jirtu. Ammuma wudu’attee osoo huccuudhanillee ufirraa qoorsitee salaattee wama takkaa sirratti hin jiru. ?Dr. Liwaa'ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned