139: Sujuuda Sahwii (Sujuuda irraanfii) booda ni salaammatanii?
Audio
Content
Deebisa: Sujuudni Sahwii salaata irraa raka’aas haatahu waan biraa yoo irraanfatanii waa hir’isan yookan ammoo yoo waa itti dabalan sujuuda godhamu. Salaata keessatti waa yoo dabaltee jraatte, Salaata xumurtee eega salaamattee booda, ammas sujuuda lama buute hoggasuma salaama baafatta jechu. Yoo salaata keessaa waa hir’iste ammoo attahiyyaata xumuraa eega qaraatee booda sujuuda lama buutee salaamatta jechuudha. Kana jechuun sujuudu sahwiin qaama salaataa taha. sujuuda sahwii booda ni salaamatta jechuudha. Dr. Liwaa'ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned