114: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhoowwaadhaa?
Audio
Content
Gaaffii: Qeensa yeroo aadaa qaban takkii rifeensallee ufirraa fuudhuun dhoowwaadha, yeroo biraallee yoo ka ufirraa fuudhan taate awwaaluu barbaachisaa? Deebisaa: Suni aadaadhuma namni banii Aadami walitti dabarsu malee hadisuma afaan namaati malee Hadiisa Rasuulaatii miti. Yeroo cufaa qeensa ufirraa ciruu dandeessa yeroo aadaa qabdu yeroo aadaa hin qabnellee rakkoo hin qabu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned