114: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?

Audio
Content
Gaaffii: Kaffaaraa Ramadaana keessa jarsa kiyyaa wajjiin ji’a Ramadaana keessa guyaa wajjiin rafeef kutee kutee ji’a tokko soomee jiraa garuu qadatu narra jiraa yoo kaffaara san qadaa narra jiruuf godhe ta’aa?           Deebisaa: Hin taatu maaliif jennaan qadaan ati soomteef niyyaa kafaaraatiif soomte malee niyyaa ramadaan qadaa baasuutiin hin soomne. Hujiin siif katabamtu Rabbi biratti ka ati niyyattee dalayde santi siif katabama. Saniif jecha akkuma yaada ufiitti jijjiirachuun hin taatu.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned