771: Zakaa namaan walitti baasuun danda’amaa?

Audio
Content
Gaafii: Zakaa kana yoo ka’ee obboleettii tiyyaan waliin walirratti baase ni taati naan je’anii dubbiin tun akkami?   Deebisaa: Yoo obboleettii tee wakkalattee zakaa haganaattu narra jiraa naatu siif kafalaa narraa baasi jetteen halaali; waa takka dhoorkaan hin jiru. Zakaan ka kennamu baatii sadiifi baatii jahaa miti. Amata irratti. Horiin keetis qulqullummaan irraa baafamuu qaba akka Rabbiin jaalatutti.   Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned