112: Bishaan adiin yeroo garii aadaa dhiqadhee argu maali inni hukmiin isaa ?
Audio
Content
Gaaffii: yoo an aadaa irraa dhiqadhee ka'e bishaan adiin kun natti dhufaa, bishaan adiin kun maali inni hukmiin isaa akkamii? Deebisaa: bishaan adiin maniyyii mitii yookaan aadaa ji'aatii mitii , bishaan adiin gariin dubartii irraa bahu worri ulamaan gariin ruxuubatal farji jedhan, jiidha qaamni saalaa gadidhiisu maleewaan birootii mitii jedhan. ulamaan gariin ammoo yoo inni faana fincaanii irra dhufe yoo madiyyii dhaafi yoo wodiyyii ta'ellee ifirraa dhiqachuu qabanii najaasummaadha qabaa of irraa dhiqachuu qabanii jedhan haala isaatiifi faata isaa gargar beekuutu sirra jiraa jechuudha. yoo jiidhuma adii sirraa deemu ta'ee fi yoo madiyyii fi yookaa wodiyyii ta'u taate gargar beekuun sirra jira Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned