119: Khuxbaa irratti yoo masjiida seene ni taa'a moo sunnaa salaata?
Audio
Content
Gaaffii: Hoggaa masjiida ol seene hoggaa imaamni khuxbatti jiraate ni taa’a moo tahiyyaan salaata? Deebisaa: Hoggaa masjiida olseentan imaama khuxbaa qara’uu hin taa’inaa tahiyyaa masjiidaa salaataa. Nabiin Rabbii akki jedhe ? namni tokko hoggaa masjiida ol seentan hamma tahiyya masjiidaa irra buufattanitti gad hin taa’inaa jedhe. Yeroma salaata Asriif zuuhriif salaata dhibiituu yoo si’ii azaananii masjiida seentee sunnaa salaata salaatte hoggaa kana tahiyyaan tee asuma keessatti suuf guutamti. Dr. Liwaa’ul Islam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned