112: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?
Audio
Content
Gaaffii: yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii? Deebisaa: yoo nama dhukkubsattu tahe , dhaluu dhaafi waan kanaafi yoo garatti waa qabatte ka dhukkubni itti guddattu taate amata tokko amata lama straahaa godhuun rakkoo hin qabu jedhan ustaazni kiyya sheikh saalil uteeymiin rahimahullaah homaa rakkoo hin qabuu jedhan garuu rahima gombisuu takkii dawaa dhala muru fudhachuun dhoowwaadha . Garuu ispeeshaaliitii nama doktortichi islaamaa qulqulluu nama amantii qabu gaafatanii waan silaa haara galfii yookaan istiraahaa amata tokko ,amata lamaa godhatan qofa yoo taate malee akka ilmoon wolitti aantee aantee hin rakkanne abbaan manaallee hin rakkanne haati manaallee hin rakkanne hoosisaafillee hin rakkanne ta'uun barbaachisaadha homaa rakkoo hin qabu . Garuu dhala muruun dhoowwaadha Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned