106: Iqaamaan masjiidatti godhamu, nama manatti salaatuuf ta’aa?

Audio
Content
Gaafii: Olla masjiidaatti salaannaa iqaamaa yoo ka godhan taate nuti olla sanitti jala iqaamaa sanii garuma salaata waajibaatti dabarra moo sunnaa keenya salaatuu dandeenya.?       Deebisaa: Iqaamanuu iqaamuu baatanuu, ati yoo ka dura salaatamu taate dura sunnaa kee salaatii eegasii waajibuma kee salaati. Iqaamaan masjiidaa godhamu dubartii hin laalchisu. Yoo dubartoota masjiidaan walitti hidhaa qaban ka itti hidhachuun isaanii hayyamame taate malee.       Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned