104: Imaamni taa’ee namaan salaatuun akkam
Audio
Content
Gaafii: Imaamni tokko ka dhukkubsate namaan taa’ee salaatuu danda’aahii? Deebisaa: Yoo imaamni isa gahu hin jirre, Ee taa’ee salaatuu ni danda’a. Yoo imaama guddaa ta’ee ka isa malee namaan hin salaanne ta’e, taa’ee namaan salaatuu ni danda’a rakkoon hin jiru. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned