106: Salaata keessatti yoo dogoggorri argame akkam?
Audio
Content
Gaafii: Salaata kiyya attahiyyaatuu duraa irraanfadheetiin olka’ee maaltu narra jiraa?? Deebisaa: Salaata kee xumura irratti sujuudussahwii bu’i humaa sirra hin jiru. Yeroo lama sujuuda buunaan salaamata baafatta. Maaliif jennaan wanni ati irraanfattee olkaate attahiyyaatuun duraa sun waajibaatussalaati jedhanii sujuudussahwiin siif qabama. Yoo ammoo silaa ka irranfatte arkaan silaa ta’e waan sani fixxu malee siif hin qabamu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned