105: Faatihaan bakka kamitti qara’ama?

Audio
Content
Gaafii: Faatihaa yeroo kamiif yeroo kami qaraanaa?         Deebisaa: Faatiyaan salaatuma dhaabbii keessatti qara’ama. Ruku’a keessatti hin qara’amu. Namni ruku’a irratti imaama dhaqqabate osoo imaamni ol hin jedhin ni taati salaanni isaa.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned