104: Namni wal dhabee wal buruqse akkam godha

Audio
Content
Gaafii: Intala takkaan gabaa keessatti waldhabnee haatillee intala irra gortee natti kaatee intaltillee na burqistee jennaan isiif haadhallee walirumatti burqusee biraa deeme; amma biyya biroo deemee, manguddittiin hogguu san lafa dhooftee gaggabdee achitti biraa deemee akka haadha tiyyaa natti fakkaattee garaan na bade.         Deebisaa: Waan burqisteefillee kafali kaa. Mallaqa abbaa keetitti ergii baasii warri hospitaalatti baase kafali. Du’aa’iillee godhiif       Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned