729: Wudu’a Malee Qur’aana Qara’uun Hayyamamaa?

Audio
Content
Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, Quraanni kun  kalaama Rabbiiti. Qaraanni kabajamuu qabaa quraana wudu’an maletti hin tuqinaa. Ammoo hifzii yoo qabatte qara’uu ni dandeessa, yoma janaabdaaf heeydii qabaattellee yoo hifzii qabaatte qara’uu ni dandeessa. Siif kaayanii wayiin garagalchitee qaraatullee wamaa hin qabu, garuu ammo, quraana harkaan tuquun dhoowwaadha.   Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned